Announcement


Beeksisa Addaa

Korri Gamtaa miseensota ABO Kutaalee Awurooppaa fi UK kan bara kanaa gaafa Adoolessa 27-28 /2024 ( July 27-28/2024 biyya Sweden magaalaa Stockholm keessatti bifa addaatiin sonaawaa jira.

Guyyoota kana mariin miseensotaa ABO fi Hawaasa Oromoo guutuu, deeggartoota ABO fi jaalattootaa QBO hundaaf qophiilee baayyee hawwatoo tahaniin kan dabaalamantu jira. Kana waan taheef guyyoota kanatti kan jaallaan guutuu Awurooppaa irraa itti wal arguu, mariyatuu fi egeree QBO irratti haawaasa Oromoo biyyoota adda addaa irraa hirmaatan waliin marii gochuu fi egeree QBO irratti hooggantoota ABO irraa dhaggeeffannu taha.

Yaada dabalataa fi Odeeffannoo dabalataaf sinitti deebina.
Koree Qopheessituu Kora Gamtaa miseensota ABO kutaalee Awurooppaa fi UK irraa

Leave a comment