KAABA OROMIYAA WALLOO.


KAABA OROMIYAA WALLOO.

LOLA BILXIGINNAAN BARA JAHA NURRATTI BANAMEEN SADEEN MAKKANNAA QOFARRAA NAMA 115 LUBBUU DHABNEE JIRRA.

👉Bara 2019 irraa kaasee hanga ammaatti Oromoon Sadeen Makkannaa irraa wareegaman.

👉Ganda Mataa Horaa irraa

1~Umar Abdallaa Muusee~ ganda akeekaa

2~Ammaduu Hasan Umar~ ganda waaccuu ammadiyyuu

3~Ahmad Umar Yasuf~ ganda molloo gogessaa

4~Budunii Aliyyuu ~ganda qabbanaahaa

5~Ahmad Garaadoo~Ganda qabbanaahaa

6~Ahmad Muhammad Ahmadee ~ganda bijoo seeloo

7~Muhammad Adamee Arbahim~ ganda waaccuu ammadiyyuu

8~Hasan Muhammad Arbiyyee ~ganda dudda nagahaa

9~Mootii Muhammad Aliishaa ~magalaa haxaayyii

10~Ahmad Husseen Abdallaa~ ganda odaa diimaa

11~Ahmad Arbahim Umar~ ganda hangacaa

12~Abdallaa Najiib ~ganda hangacaa

13~Husseen Shee Aliyyii~ ganda tuulii

14~Ahmad Tamaam ~ganda tuulii

15~Usumaan Aliyyi Gojee~ ganda tuulii

16~Husseen Aliyyi Moommadee~ ganda waaldahaa

17~Husseen Aliyyi Usumaan

👉Ganda Arba waayyuu irraa

18~Arabuu Hamzaa~ ganda waddeeyyii

19~Muhammad Addurroo~ ganda waddeeyyii

20~ Abduu Shee Umar Bazzaa~ ganda gooroo bordogee

21~Adam Abduu Shee Umar~ ganda gooroo bordogee

22~Muhammad Aliyyi Hasan ~ganda gooroo bordogee

23~Abdallaa Muhammad Ahmad ~ganda arbaa fannoo

24~Adam Muhammad Ibraahim ~ganda dawaa

25~Jabbaa ~magaalaa haxaayyii

26~Kaalid Ahmad Abduu~ magaalaa haxaayyii

27~Najaat Ahmad Umar~ magaalaa haxaayyii

28~Husseen Abduu Shee Muhee ~magaalaa haxaayyii

29~Awwal Ammadee Aliyyii~ magaalaa haxaayyii

30~Aliyyi Husseen Ahmad~ magaalaa haxaayyii

31~ Ahmad Abbabbaa~ magaalaa haxaayyii

32~Hasan Shee Muhammad ~ganda gooroo bordogee

33~Zaharaa Ibraahim Yaassin ~ganda aannannoo

34~Ammadanee Muusaa Hasan ~Haxaayyi zigbaa

35~Hasan Adam Siraajuu ~Jaarraa waataa

36~Husseen Muhammad Aliyyee ~Ganda Zigbaa

37~Kaalid Adam Usumaan ~Jaarraa waataa

38~Awwalee Sa’id Muhee ~jaarraa waataa

39~Muhammad Urgoo ~ ganda caffee

👉Ganda Luugoo Burqaa bunaa irraa

40~ Awwalee Arabiyyii~ magaalaa haxaayyii

41~ Muhammad Aliyyi Umar ~ ganda Luugoo

42~Ahmad Ibraahim Umar~ ganda Luugoo

43~Muhammad Ali Suttaa ~ ganda murjaa

44~Usumaan Daammii~ ganda Aadee

45~Ahmad Sa’id Saawlih~ ganda Hamiduu

46~Hasan Abdallaa Muhammad ~ganda kaloo

47~Muhammad Adam Sarboo ~ganda Burqaa bunaa

48~Umar Jissee Siraajuu~ ganda Burqaa bunaa

49~ Aliyyi Moommaduu~ ganda Sattawwaa

50~Usumaan Aliyyi Muhammad ~ganda Xaaxessaa

51~ Shaanbal Husseen Arbiyyee~ ganda Burqaa bunaa

52~Adam Muhammad Adam ~gandaa Qunxarbaa

53~Muhammad Adam Qaallichaa~ gandaa Mul’ataa

54~Gojobee Muhammad Adam ~ganda mul’ataa

55~Ahmad Muhammad Alii Muhammad ~ganda Bookee

56~ Muhammad Tabbee~ ganda mul’ataa

57~Ahmad Heeloo ~ganda Burqaa bunaa

58~Ahmad Umaree Muusaa~ ganda mudhii waaccuu

59~Kadir Chiichii ~magaalaa Haxaayyii

60~ Ahmad Aliyyi Baabur~ magaalaa Haxaayyii

61~ Maahmud Alii Hoosaa~ magaalaa haxaayyii

62~ Muusaa Alii Hoosaa~ magaalaa Haxaayyii

63~Hasan Adam Bilaal ~Luugoo

64~Ibraahim Aliyyi Muusee ~Burqaa bunaa

👉Ganda Gaangahaa irraa

65~Ahmad Aliyyi Hasee~ ganda hadhoo

66~ Umarshaa Yasufaa~ ganda bishaan bahee

67~Shee Umar Haaji Hasan~ ganda hadhoo

68~Hasan Ahmad Jiloo~ ganda allaguc

69~Hasan Muhammad Haajii~ganda arjahoo

70~ Muhee Umar Abdallaa~ ganda bishaan bahee

71~ Aliyyi Yasufaa ~ganda bishaan bahee

72~Ahmad Muhammad Hasan ~ganda dallansiisaa

73~ Aliyyi Ahmad Aliyyii~ ganda hadhoo

74~Muhammad Ahmad Hasan ~ganda dallansiisaa

75~ Shaafii Hasan Dooyyoo~ qarsaa adii

76~ Umar Muhammad Adamee~ ganda jirgoo

77~Heedar Ahmad Aliyyii

78~Umarshee Shaafii Hasan~Qarsaa adii

79~Husseen Umar Guddaa ~handoodee

80~Adam Ali Ahmad ~ganda raasaa

81~Abdallaa Muhammad Jaarsaa ~Ganda Arjaho

82~Ahmad Muhammad Adam Alii ~ganda Arjaho

83~Hasan Gunee ~ganda Bishaan bahe

84~Adamee Ali Adamee ~Ganda Jirgoo

👉Ganda warra leencaa irraa

85~ Hasan Abdallaa Adam~ ganda missiidaa

86~Umaree Adam Baqqalaa~ ganda missiidaa

87~Muhammad Aliyyi Hasan ~ganda dhadhaboo

88~Muhammad Hasan Qaallichaa ~ganda dhadhaboo

89~ Ahmad Muhammad Ibraahim ~ganda ogomdii

90~ Ahmad Adam Ahmad~ ganda saarkamee

91~Muhammad Abdallaa Muhammad ~ganda raaddee

92~Hasan Muhammad Hasan

93~Hasan Bullee

94~Ali Hasan chakii ~Ganda missiidaa

👉Ganda Yaatuu irraa

95~ Umar Adam Dukkoo~ ganda qunnii

96~Ali Muhammad Abbagaar ~ ganda badannoo

97~ Usumaan Aliyyi Saalii~ ganda marar

98~ Muhammad Hasan Muhammad ~ganda lallabaa

99~Hasuu Ahmad Muusikkee~ ganda badannoo

100~Husseen Muhammad Hasan Alii ~ganda marar

101~Hasan Bilee Ahmad Gariibaa

102~Hasan Ali Hoosaa ~Haxaayyi

103~Muhammad Ammee ~Magaalaa haxaayyii

104~Ahmad Ali Bilaal ~Haxaayyi

105~Ahmaduu Hasan Umar ~Ganda xaaxessaa

106~Hasan Aliyyi Bilaal~ Luugoo gulufa

107~Muhammad Sa’id ~haxaayyi

108~Muhee Hasanuu Usee ~haxaayyi

109~Muhammad Ammee Abdallee ~Haxaayyi

110~Muhammad Heedar Darasoo ~Haxaayyi zigbaa

111~Muhee Ammiyyee Muhammad ~haxaayyi

112~Awwal Sa’id Muhee ~Haxaayyi

113~Sa’id Ibraahim~ gola aannanii

114~Umar Muhammad Abdallaa Dingoo ~Haxaayyi gabaa kamis

115~Haaji Abbaa Haajii ~Haxaayyi gabaa kamis

Leave a comment